Jaallattoota Sirboota Jaalalaa Afaan Oromootif; Mosaajiin kun Sirboota jaalalaa babbareedoo fi baayee taan kan of keessatti qabateedha. Jaalala onnee irraa madde bifa sirbaatin ibsachuufi boohartii guyyuutif. Akkasuma, Sirboota duriifi kan ammayyaa of keessatti hammatee jira.Sirboota Mosaajii kana keessatti hammataman keessaa muraasa:Hiree tiyya - Kumale BoruSin yaada - Qasim SimboBoqonnaa na dhowwe - Oromo MusicOolte bultee - Adnan MohamedObsuun dadhabee - Oromo MusicMaaloo si yaadee - Fayisa FuriMaalif na rakkifta - Iftu MohamedMaal naa wayya - Gadise ShemsedinLoomii tiyya - Feyisa FuriLookoo Wallaggaa - Oromo MusicLash godhi - Mohamed AdamKumkummee - Abebe AbishuKottu Birraa - Falmataa RoorrooKeessakoo naaf bari - Hana MohamedJiruun too siwajjin - Oromo MusicJaalatamuu malee - Falmataa RoorrooJaalalaan sirra aanu - Oromo MusicIjaan na laaltee - Nigusu TamiratWaliif nu dhiisan - Hasan MohamedHangaatuu - Oromo MusicSiin qabameen jira - Oromo MusicDumbushee Galaa - Ali ShaboBooye imimmaani - Oromo MusicBiiftuu Ganamaa - Abdulmalik HasanYoom na raffisa - Oromo Music